Jeremiah 2:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti d'ibiini ta taka waaqa ufi jijirate injirti? (Ato inni waaqa woma keesa injirre tahele.) Ammo gumiini tiyya yayu naa jijiratte, ana, Waaqa gurra worraa kenne, lakifte, waaqa woma keesa injirre gula yaate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan waaqolee tolfamaallee yoo ta'an baniin waaqolee tolfamaa jijijjiiratu hin jiru; baniin kiyya garuu ana Waaqa ulfinna isaanitti uwwise ana Waaqa isaanii waaqolee tolfamaa womaa isaanii hin gooneen na jijjiiratan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqota dharaa te'anulle, kolbaan waaqota ifii jijjiirte hin jirtu; kolbaan tiyya ammoo ana Waaqa ulfinna isaanii te'e waaqota dharaa ka gatii hin qannetti jijjiirte.