Jeremiah 2:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini gubbaani, mudami holad'i, mami, maadefad'i jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Samiiwwan! «Isin sababaa kanaaf nayaa'a; sodaa gudda'aan holladhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee ol-gubba'a, waan kana baaseffadhu; sodaa guddo'oon holladhu.