Jeremiah 2:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi sunini aka nyeench'a worrati itane, lafa worraa balleese, diri worraleeni bade, ona tahe lafati hafa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintonni isi'ii akka Leenca darmi'ii itti aadan; biyya isi'ii gara lafa gammoojji'iititti jijjiiraniiran; qachoonni isi'ii gubatanii ona namni keessa hin jiraanne ta'aniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinoti isa irratti akka neenqaa harqaneeran; lafa isaa balleessaneeran; qachooti isaa gubatanee, ona te'aneeran.