Jeremiah 2:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mala keesaani, isani yo lafa Misiri d'at'ani, bisaani galaana isii d'uddani, waan woi keesaa argatani seetani? Mala keesaani, isani yo lafa Ashuru d'at'ani, bisaani galaana Frati d'uddani, waan woi keesaa argatani seetani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti ati gara biyya Misirii buutee bisaan laga Abbaayii dhuguu barbaaddeef bu'aa maal argatu'uuf? gara biyya Asoorii buutee wonti bisaan laga Efraaxisii dhuguu barbaaddeef bu'aa maal waan argattu sitti fakkaateeti?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bisaan laga Shiihorii uniisaaf gara biyya Gibxi'ii maaf dhaxxe? Bisaan laga Efraaxiisiille uniisaaf gara biyya Asoorii maaf dhaxxe?