Jeremiah 2:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hameenni keesani isani gaargalche, badiini isani naraa baddani wollaala isaniti murti. Aka hojja isani na lakiftani na gula deemu diddani, wonti sunini hamtu, herega, arga. Nami dubbi suni jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma hammeenna keetiin adabamta; waan na ganteef sitti murteeffama; ati ana Rabbii Waaqa kee irraanfattee ulfinna naa kennitu dhiisuun kee yakki kee hagam akka ulfaatuu fi akka hadhaayaa ta'e hubatta; ka waan kana dubbate ana Waaqa Gooftaa banii maraati.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hammeenni keeti akka adabantu si hin godha; naaf addatamummaa dhabiis keeti akka xixantu si hin godha. Ana Mootii Waan Maraa Waaqa keeti sodaatiisa waan lakkitteef, wonni hantuun hadhoottuun akka sitti dhuttu hubadhuu beeki!