Jeremiah 2:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Ee Israeli, isani duri dubbi tiyya lakiftani naa saalfachu diddani, waaqa d'ibi kad'atani kubilee d'ed'eertu ch'ufafi mukeeni gugurdo ch'ufa jalati waaqa d'araa kad'atani, huji sharmut'oma tolchitani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Yaa Israa'el! Hennaa dheera'aaf naa ajajamu'uu fi na tajaajiluu dhiifteerta; ati dhugamaan gaarran irraa fi gaaddisa mukkiinii jalatti waaqolee tolfamaa biraa waaqeffatu'uun seebarteerta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee Israa'el! Ani bara duriitii jalqabee waanjoo teeti si irraa caccassee, hidhaa teeti si irraa kukkuteera; ati ammoo, ‹Ani si hin tajaajilu!› jettee, kooba dheertuu gubba'aa fi muka banqaaqaa jalatti sagaagaliisaaf irkatteerta.