Jeremiah 2:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini duri aka sanyi zabibu dansaa isani oobre, amma waan isani taatani laala. Isani mukha zabibu, ka shame woma imbaamne, fakaatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani fiixaa filatamaa irraa akka biqiltuu woyini'iititti si dhaabee ture; ati garuu jijjiiramtee akka biqiltuu woyini'ii ka lafa gammoojji'ii taatee badde.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka muka woyni'ii filatamaa ka sanyiin isaa dansa'aa si dhaabeeyyu; ati attam akka muka woyni'ii badaa, ka baddaa keessaa teetee, na duraa jijjiirante ree?