Jeremiah 2:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani akami, Anini t'uri inqabu, anini takaa waaqa Baali jed'ani inkad'anne jettani? Ch'ubbu isani bale keesati tolchitani, ilaala, hubad'a. Isani aka hala gaala ta ufuma badde,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa ‹ani sirimaa uf hin batteessu; waaqa tolfamaa ba'aaliitii sirimaa hin sagadu› jettee attamitti sobuu dandeetta? mee cubbuu dhooqa keessatti hojjachu'uun battoofte laali; ati akka gaala korma kajeeltee lafa gammoojji'ii keessa asii fi achi raatofta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati attam, ‹Ani hin battoonne, Ba'aalille hin hordonne› jetta ree? Dhooqa keessatti maan akka hujje yaadadhu; waan achi keessatti goote hubadhu. Ati akka gaala dhala'aa ka raragatee asii fi achi fiiguu ti.