Jeremiah 2:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
lafa gamooji keesa lafa martu fakaatani. Yo isiini daarimte korma feetu, eenuti d'owu dandaa? Kormi isii barbaadu gaargala womatu inqabu; isiini yo kormi yaabu ch'ufa kurfo jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harreen diidaa ta lafa gammoojji'ii keessa jiraattu yoo tola fuudhu'uuf taate maaltu isii qabuu danda'a? hulee harreen diidaa kormaan jiru ufumaa suuftee waan dhaxxuuf kormaan isii soqaa hin deemu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati akka harree diidaa ta goomolee keessa le'iisa baratte, ta yennaa rarragatte qilleensa suuttuu ti; rarragata isi'ii eentu qabbaneessuu dande'a? Ji'a isiin rarragatte san korommiin isii barbaadu, rakkinna malee isii laddatan.