Jeremiah 2:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Israeli, ufumaa teetani miila keesani indad'absisina, yokhaani waaqa d'ibi gula deemtani lubbu teesani ingogosina. Ammo isani waan jettani, Hiyo, nu dandeenne illakimnu, nu yayu waaqa d'ibi jaalane, isuma gula baana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Israa'el! waaqolee tolfamaa biraa woliin seebaru'uuf olii gad uduu deemtu kophee luka keetii hin fixatin; kokkeen tee dheebu'uun si hin gogin; ati garuu ani waaqolee tolfamaa waaqeffatuu waan barbaadee fi itti bulu'uufillee waan murteeffadheef uf duuba hin deebi'u!› jetteerta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati haga kopheen miila keeti irraa dhumattutti, haga dheebottee laagadaan si gogutti hin rukkisin; ati ammoo, ‹Na dhooggiis keeti gatii hin qabu; ani waaqota ormaa jaaladheera; ani isaan hordofa› jette.