Jeremiah 2:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi isani mid'aafattani meeti? Yo isani gaargala qabaatani ha isani baasuti, yo dandae! Yuda, waaqi kanke akuma dira keeti heddu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqoleen tolfamaan isin harka keessaniin hojjattan eessa jiran? yoo ka danda'anii hennaa rakkattan mee isaan isin haa oolchanii; Yaa Yihuudaa'a! akkuma qachoonni tee baay'atan waaqoleen tolfamaan keellee baay'ataniiran.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee worra Yihuda'aa, waaqoti dharaa ka isin hujattane meeti ree? Isaan yennaa rakkinna keessanii yoo isin fayyisanu teete, dhufanee isin fayyisanuu ti. Akkuma qachaan keessan baca'aa, waaqoti keessanille baca'a.