Jeremiah 2:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Israeli, atini gaafasi tiyyuma worra qulqullo anini qara d'ale. Anini gaargalafi badi nami siti game ch'ufatini d'ufa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Israa'el! Ati anaaf akka callaa jalqabaa ka filatamee turte; ati lafa naaf woyyoomte turte; kanaaf worra si miidhuu barbaadan maraa irratti rakkinnaa fi balaa fide› ka waan kana dubbate ana Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Kolbaan Israa'elii ana Mootii Waan Maraatiif woyyoonteerti; akka midhaan mata'aa ti; nama isaan miidhe maratti yakkaan muranteerti; badiille isa dhaqqaddeerti jedheera› jedhii himi» jedhe.