Jeremiah 2:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato anini isani gaargalchele, wonti sunini woma isanii imbaane. Isani wollaala keesani iraa deebiu diddani. Isani ya akuma nyeench'a dallane, raagoota teesani hobaaftani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin sirimaa worra hin qajeelle waan taataniif adabbiin ani isin adabu duwwama; isin akka leenca aaree loluu taatanii raattota teessan guraade'een ajjeeftan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akkasumaan kolbaa teessan adabe malee, isaan ifi hin sirreessine. Akka neenqa beelowee shallaagaa keessaniin raagota teessan fixxane.