Jeremiah 2:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Israeli, dubbi tiyya ch'aqasa. Anini yayu aka lafa aloo ta gamooji, yokhaani aka lafa dukanooftu soda qabdu, isaniti tahe? Isani duuba maanifi, Nu waan feenu taana deebine siti indeebinu nani jettani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worri bara kana jirtan baniin Israa'elii waan ani isinitti himu dhagayaa'a; akka lafa gammoojji'ii yookaan akka lafa dukkanooftee isinitti ta'ee? eeganaa isin ‹nu waan barbaanne goona malee sirimaa gara kee hin deebinu› wonti jettaniif maali'i?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin dhalooti bara kanaa, jecha Mootii Waan Maraa hubadha'a! «Ani Israa'eliif goomolee yookiin lafa dukkana dimmaa te'ee ree? Kolbaan tiyya maaf, ‹Nuuti waan feene goona, haganaa achi gara keeti hin deebinu› jetti?