Jeremiah 2:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani d'uguma jaala barbaadu beetani. Nad'eeni nad'eeni ch'ufa ira hamtuleeni dandeete isani iraa wo baratti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati jaalalloota tee faana deemu'uuf hagam qaroomte? deemsi jireenna keetii deemsa jireenna dubartoota haala badanii fakkaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati worra si jaalatu gula deemiisaaf attam qaroomatte? Dubartooti akka malee hantu'uutuu waan kana si irraa baratan.