Jeremiah 2:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woyaani teesanileeni d'iiga hiyyeesatiifi nama woma iyyakini qabdi, ammo d'iiga nama mana ch'abse nama saamu inqabdu. Ammo taatule,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uffanni kee dhiiga worra balleessaa hin qabneetii fi ka hiyyeeyyi'iitiin badeera; ati garuu waan kana maraa gootee ‹ani qulqullu'u, dhugamaan Rabbi naan hin lolu› jetta;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhiigi worra hiyyeeyyii yakkaa hin qannee, ka hanna irratti hin qabaminii woyaa teetii irratti dhaggama; kana mara gooteelle,