Jeremiah 2:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani ch'eertani, mata lafa buuftani, worra Misiri biraa yaatani. Anini, AABBO Waaqi, worra isani d'aabattani suni ya dide; isani worra suni woma iraa inargattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati salphattee harka kee mataa kee irra kaayattee hulee sanii deemta; ani Rabbi waan ati hedattu maraa waan balleesseef wonti ati isaan irraa argattu tokkollee hin jiru.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra ati itti addatte Mootiin Waan Maraa waan tuffateef, isaanille si qarqaaruu waan hin dandeenneef, ati mataa qabattee, achii keessaa hin baata» jedha.