Jeremiah 2:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Ababooti teesani wollaala maani narati garteefi naraa fagaate waan woma intahini gula yaate ufile akasuma taate?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Abboonni teessan ta durii balleessaa maal na irratti arganii na irraa fagaatan? isaan waaqolee tolfamaa duwwaa ta'an waaqeffatu'uun duwwaa uf godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Abbootiin teessan ta durii balleessaa maanii na irratti dhagganee, na irraa fagaatanee, waaqota dharaa ka gatii hin qanne waaqonfatanee, ifille'eef worra gatii hin qanne te'ane?