Jeremiah 2:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini lafa gabbo wo qabduni d'ufe, aka worri mid'aani isiitiifi waan dansa d'ibi isiini baaftu nyaate gammadu. Ammo fulla suni worri lafa tiyya balleese, lafa anini d'aalaa worraa kenne t'ureese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani lafa midhaan mishaa isaanii baaftu, ta isaan gammachiiftuu fi michu'utti isaan galche; isaan garuu lafa balleessanii biyya isaanii kennellee batteessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani midhaan isi'iitii fi waan dansaa isiin baattu, akka isii irraa nyaattanuuf gara lafa laayyo'oo, isin fide; isin ammoo yennaa achi galtane lafa tiyya batteessitanee, lafa tiyya akka jibbatantu gootane.