Jeremiah 2:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaaloleeni, AABBO Waaqi me? Jette ingaafanne. Qaaloleeni tiyyaleeni na imbeenne. Jaaroleeni na didde, raagootileeni maqa Baalitini wo fadde, waan woma keesa injirre gula yaate kad'atte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadoonni ‹Rabbi eessa jira?› jedhanii hin gaafanne, beettonni seeraallee ana hin beenne; worri banii bulchan natti ka'an; raattonnillee waaqa tolfamaa ba'aaliitiin raaga dubbatan; waaqolee tolfamaa duwwaa waaqeffatan›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyooti, ‹Mootiin Waan Maraa eessa jira?› jedhanee hin gaafanne; barsiisoti seeraa na hin beenne; sooressitooti na irratti ka'ane; raagoti maqaa ba'aaliitiin raaganee, waaqota dharaa ka gatii hin qanne hordofane.