Jeremiah 20:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ee, AABBO Waaqa, atini ka irreefi jabeenna qabdu kalcha tiyya, tanaafi nami na gaargalchu na dabsachu dad'aba. Worra haga jiru jireenna ch'eersani, waan tokole dabsachu dad'aba. Ch'eera worra haguma jirani inded'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi garuu akka loltuu gar jabeessaa fi jannaatitti na woliin jira; kanaafuu worri na ari'an dadhabanii gufatanii akka malee kufanii guddisanii salphatan; salphinni isaanii hennaa dheeraa yaadatama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo akka loltuu jabaa jannaa na woliin jira; tanaaf worri na ari'u hin jiga malee na hin injifatu. Isaan akka malee qaanowan malee wonni isaan yaadanu isaaniif hin teetu. Salphinni isaaniille ijjumaa hin dedhamu.