Jeremiah 20:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqaa sirba! AABBO Waaqa faarsa! Inni worra dabsani harka worra ch'ubbu keesaa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii faarfadhaa'a! Gooftaa galatoonfadhaa'a! Inni rakkattoota hunna namoota hammeeyyi'ii jalaa hambisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa lubbuu worra rakkata'aa harka worra hamoole'ee keessaa waan baaseef isaaf faarsa'a; isa leellifadha'a.