Jeremiah 20:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ha dira AABBO Waaqi naasu male balleese fakaatu. Inni ha diirama boha d'agaye, guyya gudda iyyanna woraanaa d'agayuti,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni sun akka qachoota Rabbi araara malee balleessee ta'ee haa hafu; ganamaan huuruu booyaa haa dhagawu; guyyaa oduu lolaatiin haa raafamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami sun akka qachaa marartii malee Mootiin Waan Maraa balleessee te'uu ti! Ganama bowa, orraa iyya lolaa dhage'uu ti!