Jeremiah 20:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan inni ato anini ind'alatini na inijeesinifi. Sila yo akasi taate awaali kiyya saabuma haad'a tiyyati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maal uduu gadaamessi haadha tiyyaa na ajjeesee awwaala naa ta'ee achitti hafee! silaa gadaamessi haadha tiyyaa awwaala guddaa naa ta'ee jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille inni gadhaa haadha tiyyaa keessatti na hin ijjeenne; silaa isiin addee awwaalaa naaf teetee, haga bara baraa gadhaachottee turtiiyyu.