Jeremiah 20:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isi, anini maafi saaba haad'a tiyya keesa bahe, d'ipufi gaargala argad'e jireenni kiyyaleeni ch'eeraani hobaa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani maaf gaddaa fi dadhabbii argu'uuf, bara kiyyallee salphinnaan fixu'uuf dhaladhe?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani rakkinnaa fi gadda dhaggiisaaf bara kiyya qaani'iin muummeffatiisaaf gadaamessa haadha tiyyaa keessaa maaf baye?