Jeremiah 20:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Boriyya diirama eegi Pashurini hid'aansa suni naraa hiikhe, anini waan isani jed'e, AABBO Waaqi maqa Pashuri suni si inkennine, maqaani inni sii kenne, Mudamsu fulla ch'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barsiisaa san haga hidhaa haada sibiilaa na irraa hiikeen maayessa «Ammaa achi Rabbi Paashuur siin hin jedhu maqaan inni sitti baase ‹raafama bakka maraati› ka jedhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Boruyyaa Phashihur yennaa jirma lama san wodhakka'aa Ermiyaas hiike, Ermiyaas isaan, «Haganaa achi Mootiin Waan Maraa, ‹Maagor Miisaabiib › jedhee si waama malee ‹Phashihur› si'iin hin jedhu» jedhe.