Jeremiah 20:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, anini maquma sunini siifi jaallani teetile mudamsiisa. Duuba atini iluma teetiini agarta, aka jaalani tante woraana nyaapa isanitini hobaatu. Anini worra Yuda ch'ufa harka hayyu Babiloniti kenna — inni worra gari boojie lafa ufi geese, ka gari hobaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi sii fi goshoota teetiifillee nama raafamaa si taasisu'uuf ta'a; ati hennaa isaan maruu guraadee diintota ufiitiin dhuman hin argita; banii Yihuuda'aa maraa baallii mootummaa Baabiloonii jala isaan taasisa; inni banii garii hidhu'uuf gara Baabiloonii fida; worra hafan garii garuu asumatti isaan ajjeesa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Si'ii fi jaalota teeti mara akka bararaxxanu hin godha; adoo ati ilaan dhaggituu shallaagaa diinotaatiin hin dhumatan; ani kolbaa Yihuda'aa mara harka mootii Baabilonii ka isaan booji'utti yookiin ka isaan ijjeesutti dabarsee hin kenna.