Jeremiah 20:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pashuri, sifi worra kankele ch'ufa boojiani lafa Babiloni geesani. Achiti atini doote, sifi jaalani tante ta atini waan d'ara heddu iti odeesite awaalani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Paashuur! ati fi maatiin kee maruu uduu hin hafne booji'amtanii gara biyya Baabiloonii dhaxxan; worra ati sobaan raaga dubbattee fi jaalalloota tee woliin achitti awwaalamta.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Phashihur, atii fi worri mana keeti keessa le'u marti gara Baabilonii booji'antanee hin deentan; ati jaalota teeti ta raaga dharaa isaaniif raadde mara woliin duutee, achitti hin awwaalanta» jedhe.