Jeremiah 20:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini yo dubbad'u ch'ufa iyye waan gaargalafi badii hima. Ee AABBO Waaqa, waan anini dubbi tante odeesufi hojja ch'ufa na goyeesani na koblani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa dubbadhu maraa wonti ani dubbadhu didda'aa fi balleessa'a; Waandhana! dubbii raagaa ka ati natti dubbatte waan raageef, ani hennaa maraa hin arrabama; nama itti baldan ta'eera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yennaa dubbadhu mara qoonqoo ol qabadhee, marroo hunnaan nama irratti ka'iisaatii fi marroo badi'ii dubbadha; guyyaa mara Jechi Mootii Waan Maraa arrabaa fi qaanii natti fide.