Jeremiah 20:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hojja anini deebie, AABBO Waaqa maqa isatini woma, infagu jed'u, dubbini tante aka ibida na keesati bobeeti. Anini guddo iti game, aka waan isii indubbanne; ammo ufi d'owu dad'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu ani hennaa «Rabbiin hin qaabadhu, maqaa isaatiinillee homaa hin dubbadhu» jedhu dubbiin raagaa ka inni naa kenne akka ibiddaa na keessaa bobaya; uf keessatti dhossee qaba jedhee yoo yaadellee ukkaamsee qabuu hin danda'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo, «Haganaa achi maqaa waaqaa hin dhowu; maqaa isaatille'een waan tokkolle hin dubbadhu» yoo jedhe, jechi isaa gadhaa kiyya keessatti akka ibiddaa bobe'ee, lafee tiyya keessa lixe. Ifi keessatti qabatiisa dadhabe; ijjumaa hin dandeenne.