Jeremiah 21:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni Yuda, ka Sedekia jed'ani, Pashuri ilma Malkiyafi qaallicha Sefania ilma Maaseya nati erge, waan nani jed'e:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sedeqiyaas mootiin biyya Yihuuda'aa ilma Malkiya'aa Paashuurii fi Sofoniyaasii gadicha ilma Ma'iseya'aa gara kiyya ergee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Yihuda'aa Zedeqiiyaan, ilma Malkiiya'aa Phashihurii fi ilma Ma'aseya'aa Sefaaniyaasii hayyicha gara Ermiyaasii yennaa erge, jechi Mootii Waan Maraa gara Ermiyaasii dhufe;