Jeremiah 21:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ya kutad'e, aka dira kana balleesu male inteenne. Dira kana harka hayyu Babiloniti kennani, inni gube balleesa. Nami waan kana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akka qachaan tun baddu murteesseera; sirima isi'ii hin araaramu; mootii biyya Baabilooniititti dabarsee isii kenna; inni ibiddaan isii guba; ka waan kana dubbate ana Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani qachaa kana irratti waan dansaa adoo hin te'in waan hantuu godhiisaaf murteeffadheera; qachaan kun harka mootii Baabiloniititti dabarfamee hin kennama; innille ibiddaan hin guba› jedha.