Jeremiah 21:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan atini worra hayyu Yudatini jettu, Dubbi AABBO Waaqa d'agaya,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin Rabbi worra fiixaa Daawitii maatii mootota Yihuuda'aatitti akka himu na ajaje kana; «Waan ani Rabbi isinitti himu dhagayaa'a; guyyaa maraa akka handhi yookaan handhi hin banne godhaa'a; namni tokko nama biraa saamee akka dhara irratti hin hojjanne eegaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mana mootummaa Yihuda'aatiin, ‹Jecha Mootii Waan Maraa dhage'a'a!› jedhiin.