Jeremiah 21:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Yerusalemu, atini rabsu d'akhaa ka rarraa bale gubba olfago tau, ka diidale argani fakaata. Ammo anini si had'e, si balleesa. Atini, Nami tokoleeni dandae na inhad'u, yokhaani na indabsatu, jetta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati Yerusaalem! akkuma dhagaa raasaa keessatti argamuutitti dhooqaa olitti ol jettee mudhatta; garuu ani siin lola; ati garuu waan namni tokkollee si ugguu fi ka kushee kee cabsee seenu waan jiru hin seetu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Ee qachaa Yerusaalemii, ka dhooqaan gubbaa, lafa rassittii gooroo irra jiru; ani si hin morma; isin worri: Eentu dhufee nu mormuu dande'a? Eentu addee nuuti itti baqanne seenuu dande'a? jettanu