Jeremiah 21:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini maro waan atini taateefi, si gaargalche badda teesani gube, ibidi sunini waan d'aatu jira ch'ufa guba. Nami Dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu ani waan ati goote maraaf si adaba; manni mootumma'aa keellee akka ibiddaan gubatu godha; ibiddi sun waan naannaya sanitti argamu maraa gubee balleessa; ka waan kana dubbate ana Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akkuma hujii teessaniititti isin hin adaba; mana mootumma'aa keessan, ka «Gongomaa» jedhamutti ibidda qassiisee waan adaala san jiru mara hin fixa› jedheera» jedhe.