Jeremiah 21:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbo, AABBO Waaqa nu kad'ad'i, wonti akanatiifi hayyuuni Babiloni ka Nebukadreza jed'anifi duuli isaa yayu dira marse. Hegeri AABBO Waaqi, waan mama fa tolche, Nebukadreza nuraa deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Mootiin biyya Baabiloonii Nabukadanatsoor loltoota ufii woliin qachatti'iin lolu'uuf marseera; kanaafuu maal laataa gargaarsa ufiitiin nu woliin ta'ee hujii ufii ka maalale'ee mudhisa'aa yoo ka Nabukadanatsooriin nu irraa deebisuu Rabbiin nuu gaafadhu» jedhanii akka na gaafatan godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
worri mooticha biraa ergame sun Ermiyaasiin, «Mootiin Baabilonii Nebukadnezaar waan nu lolaaruuf, maganne'e Mootii Waan Maraa nu'uuf gaafadhu; Mootiin Waan Maraa akkuma qaraa bilbaasa hujee akka mootichi nu irraa deebi'u hin godha fa'a te'a» jedhane.