Jeremiah 21:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama dira kana keesa jiru ch'ufa inhobaasa; namaafi horileeni d'ukubuma hamaani aka takaa hobaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani worra qachaa tana keessa jiraatan maraa dhayee namootaa fi horiillee wolumaan fixa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namaa fi horii qachaa kana keessa jiranu mara dhowee, balaa gudda'aan hin fixa.