Jeremiah 21:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan atini gumi tanaani jettu, AABBO Waaqi waan jed'u, Me ilaala, anini kara lama isani garsiisa, kara duisatifi ka jireenna. Nami dira keesati hafu yokhaani woraanani dua yokhaani beelaani dua yokhaani d'ukubaani dua.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi akka bani'itti himu akkana jedhee na ajaje, «Isin na dhagayaa'a! ani Rabbi karaa gara jireennaa fiduu fi karaa gara du'aa nama geessu isin afoo kaayeeraa, lamaan keessaa tokko filadhaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammalle raagichatti dubbatee, «Kolbaa tanaan Mootiin Waan Maraa, ‹Kunoo ani karaa jiru'uutii fi karaa du'aa isin dura keyeera.