Jeremiah 21:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami dira keesaa bahe, worra Babiloni ka tae dira kana had'uti jiru booju kad'atu induu, lubbu baha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri qachattii tana keessatti hafan maruu lolaan, yookaan beelaan yookaan dhibee hama'aan du'an; namni worra Baabiloonii ka amma qachattii tana marsaniiranii dhaqee harka kennate garuu hin du'u; yoo wonti biraa hafe lubbuu ufii hin oolfata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami qachaa kana keessatti hafu marti shallaaga'aan, beelaa fi bala'aa hin du'a; nami achi keessaa bayee worra Baabilonii ka qachaa marsanetti harka kennate ammoo hin du'u; jiruulle'een hin baya.