Jeremiah 22:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u: Mana hayyu Yuda d'aqi dubbi tana iti himi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka ani gara fiixaa Daawitii mana mootummaa Yihuuda'aa dhaquu fi akka achitti mootichatti, ajajaa loltootaatii fi banii Yerusaalemiititti dubbii ani isaanitti himu dhagayan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Gara mana mootumma'aa ka mootii Yihuda'aa gad dhaqii achitti ergaa tana lallabiitii: