Jeremiah 22:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Yuda, hayyu Yosia jettani imbohina; duisa isaale imbohina. Amma ilma isaa Yohazi boha, ka nyaapi boojie itiini d'aabatu, ka deebie lafa iti d'alate tana ingarre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii Yihuuda'aa! waan mootii Iyyoosiyaasiitiif hin booyinaa'a; du'a isaatiifillee hin gaddinaa'a; garuu ilmi Iyyoosiyaasii Shaaluum gara hulee lamuu hin deebinee waan isa fidaniif, biyya itti dhalatellee deebi'ee waan hin argineef; isaaf mararama'aa booyaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi booji'ame ijjumaa waan hin deebinneef, biyya itti dhalate san deebi'ee waan hin dhaggineef isaaf bowa'a malee mooticha du'eef hin bowina'a; hin gaddinaalle'e.