Jeremiah 22:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Yosia, ka ilma Yohazi jed'ani, ka fulla abba isa hayyu Yuda tahe, AABBO Waaqi waan jed'u: Inni ya armaa deeme deebie asi indeebiu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan Shaaluumii ilma Iyyoosiyaasii ka biyya Yihuuda'aa irratti bikka abba'aa mooyeetiif akkana jedha, «Inni gara biyya fago'oo ka lammata deebi'ee hin deebinee dhaqa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa marroo Shaalumiin ilmi Yosiyaasii ka addee abbaa ifii bu'ee Yihudaa irratti mootii te'ee, «Inni haganaa achi as hin deebi'u;