Jeremiah 22:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami mana ufi kara ch'ubbutini jaarate, ammalle kara hameennatini mana d'ibi iti dare jaare, ka nama lafa ufi hojachiise hori d'owate, ya bade!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama dabaan mana ijaarsifatu, ka dhiibba'aan mana mana gubba'aa ijaarsifatu, ka hojjata'aa gatii dadhabbii hunna isaanii uduu hin kaffalleef hujjisiifatuu hobbaas!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nama mana mootumma'aa ka ifii seera malee, kolloo ifii ta mana irraalle haqa malee ijaarsifatuuf, ka kolbaa ifii akkasumaan hujisiifatuuf, ka eloo isaaniif hin kaffalleef aanne'e!