Jeremiah 22:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami, anini mana gudda jaarad'e, gubbale mana d'ibi iti dare ballisa jed'u, ya bade! Duuba inni deresha gugurda iti mid'aase mukha hind'eesatini barreese, hallu diimtuni ch'okha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni kun «Ani ufiif mana guddaa gamoo woliin ijaaradha; akkasuma foddaa babadhaa itti godha; mana muka babadhaa Libaanosiitiin bareechisa; qalama guddisee diimatuun diba» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, ‹Ani mana mootumma'aa guddaa, ka kolloo badhoo ifi irraa qabu hin ijaarradha; foddaa hedduu itti hin baafadha; muka birbirsaatiin seefadhee halluu diintuu itti halladha› hin jedha.