Jeremiah 22:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo atini mukha hind'eesatini mana jaarate, waan hayyoota ch'ufa ira jirtu ufi seeta? Abbaani kanke nyaate d'uge waan d'ugaatifi ka qajeela gula indeemne? Tanaafi inni waan tolchu ch'ufa keesa eeba argate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati waan namoonni kuuwwan hojjatan caalaa muka mimmishaa Libaanosiitiin mana kee waan ijaarteef, mootii kaawwan irra waan woyyaa qabdu uf seetaa? abbaan kee nama umurii ufii guutuu gammachuu qabu ture; inni waan hennaa maraa nama kolbaatii fi nama qajeelaa ta'eef wonti inni hojjatu maruu hin qajeelaaf ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mana keeti muka birbirsaatiin ijaaratiisaan mootii teete seetaa? Abbaan keeti haqaa fi balchummaa waan hujeef waan nyaatuu fi unu dhabeeraa? Maarre wonni marti isaaf teeteerti.