Jeremiah 22:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni dubbi hiyyeesa d'uga gula qore, tanaafi waan tolche ch'ufa keesati eeba argate. AABBO Waaqi waan jed'u, Waaqa beekhitini waan akanatiniiti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan hiyyeeyyi'ii qajeeltoo murteessuuf wonti maruu isaa ta'a'aa ture; Rabbiin beekuun akkana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni worra hiyyeessaa fi worra rakkata'aafille, haqaan mureera; tanaaf wonni marti isaaf teete. Ana Mootii Waan Maraa beekiisi tana jechu'uu motii ree?