Jeremiah 22:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi AABBO Waaqi waan Yehoiakimu, ilma Yosia, ka hayyu Yuda, akana jed'a: Nami tokoleeni ka isaa bohu injiru, yokhaani oboleesi kiyya ya bade; eesa arga? jed'e injiru! Nami tokoleeni ka boheefi, Aabbo kiyya, hayyu kiyya jed'u injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu wonti Rabbi waan mootii Yihuuda'aa waan Iyyoo'aaqeemii ilma Iyyoosiyaasii jedhu kana; «Inni hennaa du'u ‹ee bada obboleessa keenna! bille'e! bille'e!› jedha'aa booya'aa isaa hin gaddan; akkasuma ‹Yaa gooftaa! mootii kiyya! bille'e!› jedha'aa namni isaa boowu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf mootii Yihuda'aa Yehoyaaqiimii ilma Yosiyaasiitiif, nami, ‹Aannee obboleessa kiyya! Aannee obboleettii tiyya! Aannee goottaa kiyya! Aannee arnya isaa!› jedhee isaaf bowu hin jiru;