Jeremiah 22:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Yerusalemu waan goli teesani dabsatanifi, Lebanoni d'aqa iyya, lafa Bashanile d'aqa, arrifad'a; gaareeni Moabule keesa arrifad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii Yerusaalemii! goshoonni teessan ta lolaa maruu waan mooyatamaniif, gara Libaanosii dhaqa'aa iyyaa'a; gara biyya Baasaaniillee dhaqa'aa booyaa'a; gaarran Moo'aabii irra dhaabadha'aatii wol waamaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee kolbaa Yerusaalemii! Jaaloti teessan waan badaneef gara Libaanonii ol baya'aatii iyya'a! Qoonqoo teessan ol-qabadha'aatii Baashaan keessatti dhageessisa'a; gaara Abaariimii irralle'etti iyya'a!