Jeremiah 22:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani mana hind'eesa Lebanonitini jaaratani nagayaani keesa teetani; ammo hojja gaargali aka nad'eeni d'alaa ch'ininfatu isaniti d'ufu, aka male mudamtani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma garuu mana muka Libaanosii muranii ijaaran keessa hara baafattanii nagayaan jiraattan; garuu akka dubartii dayu'uuf ciniinsifattuutitti hennaa muddamsuun isin qabe atta ta'ittu laata?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worri hindheensa Libaanoniitiin mana mootumma'aa keessa ijaarrattanu, akka dubartii ciniinsifattuu rakkoon yennaa isin dhaqqadde, attam attam aaddan ree?