Jeremiah 22:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Yehoiakini ilma Yehoiakimu, ka hayyu Yudatini jed'e, Anini maqa Waaqa jirutini kakhad'a, ato atini qube tiyya ta beesisa, ta harka mirgicha taatele, anini ufira si baase
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Ikooniyaanii ilma Iyyo'aaqeemiitiin akkana jedhe, «Ani Waandhi jiraataan ati uduu qubee chaapha'aa ka harka kiyya ka mirgaa irra jirullee yoo taate ani uf irraa baasee si gata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee Yehoyaakiinii mootii Yihuda'aa, ilma Yehoyaaqiimii! Dhugaa ana Waaqa jiraata'aa, ati chaappaa qubee harka kiyyaa middichaa adoo teetee jiraattelle'ee ifi irraa baasee si hin gata.